Skip to content

Commit 7064e12

Browse files
committed
Update feeds
1 parent 294e46f commit 7064e12

File tree

17 files changed

+21
-21
lines changed

17 files changed

+21
-21
lines changed

afaanoromoo.md

Lines changed: 1 addition & 1 deletion
Original file line numberDiff line numberDiff line change
@@ -1,5 +1,5 @@
11
# BBC News Afaan Oromoo## ['Ertiraa waliin yoo lolli ka'e waan ta'uuf deemu ifadha' - MM Abiy Ahimad](https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cx2y7wk17l2o?at_medium=RSS&at_campaign=rss?at_campaign=githubrss)!['Ertiraa waliin yoo lolli ka'e waan ta'uuf deemu ifadha' - MM Abiy Ahimad](https://ichef.bbci.co.uk/ace/ws/240/cpsprodpb/b7d5/live/dec1bef0-b409-11f0-82d7-192373518099.jpg)_Kibxata, Onkoloolessa 28, 2025 2:38:01 WB tti_Ministirri Muummee Abiy Ahimad Ertiraa waliin ''waraanni yoo ka'e waan ta'uuf deemu ifa'' jechuun akeekkachiisan.## [Itoophiyaan beekamtii walabummaa waggoota 30 dura Ertiraaf kennite haquu dandeessii?](https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c797l875dn8o?at_medium=RSS&at_campaign=rss?at_campaign=githubrss)![Itoophiyaan beekamtii walabummaa waggoota 30 dura Ertiraaf kennite haquu dandeessii?](https://ichef.bbci.co.uk/ace/ws/240/cpsprodpb/5c9a/live/01d51f70-b416-11f0-8af8-23f34058d4bc.jpg)_Roobii, Onkoloolessa 29, 2025 4:33:23 WD tti_Labsiin walabummaa Ertiraa yoomii fi akkamitti godhame? Itoophiyaan biyyummaa walabummaa fi abbaa biyyummaa Ertiraa yoomii fi akkamitti beekamtii kennite?
2-
Beekamti kennite kana haquu ykn duubatti deebisuu dandeessi? Bu'aan isaa maal ta'uu danda'a? Seerotaa fi waliigalteewwan idil-addunyaa, akkasumas ogeeyyiin hariiroo idil-addunyaa dhimma kanarratti maal jedhu?## ['Na maleen kaansarii siyaasa Oromooti'- Seenaa Jimjimoo](https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cly13nzl9vjo?at_medium=RSS&at_campaign=rss?at_campaign=githubrss)!['Na maleen kaansarii siyaasa Oromooti'- Seenaa Jimjimoo](https://ichef.bbci.co.uk/ace/ws/240/cpsprodpb/3bac/live/0e96ff50-b3d8-11f0-b2a1-6f537f66f9aa.jpg)_Roobii, Onkoloolessa 29, 2025 4:11:12 WD tti_Siyaasaa fi hawaasummaa Oromoo keessatti 'na malee' jechuun kaansarii uummaticha hidhee qabedha jetti quuqamtuun mirga namoomaa Seenaa Jimjimoo.## [Tiraamp waliigalteen dhukaasa dhaabuu ammallee akka jiru cimsee dubbatus, Israa’el haleellaa Gaazaatti raawwatteen namoota 33 ajjeeste](https://www.bbc.co.uk/afaanoromoo/live/cp8yz0lwkw2t?at_medium=RSS&at_campaign=rss?at_campaign=githubrss)![Tiraamp waliigalteen dhukaasa dhaabuu ammallee akka jiru cimsee dubbatus, Israa’el haleellaa Gaazaatti raawwatteen namoota 33 ajjeeste](https://ichef.bbci.co.uk/ace/standard/240/cpsprodpb/6f9e/live/666affe0-b47f-11f0-aa13-0b0479f6f42a.jpg)__Haleellaa qilleensaa Israa’el Gaazaa keessatti walduraa duubaan raawwateen yoo xiqqaate lammiileen Filisxeem 33 ajjeefamuusaanii ejensiin Ittisa Siiviiliifi qondaaltonni hospitaala naannoo sanaa kan Hamaasiin geggeeffamu himan.
2+
Beekamti kennite kana haquu ykn duubatti deebisuu dandeessi? Bu'aan isaa maal ta'uu danda'a? Seerotaa fi waliigalteewwan idil-addunyaa, akkasumas ogeeyyiin hariiroo idil-addunyaa dhimma kanarratti maal jedhu?## ['Warri seexana waaqessan mucaa koo miidiyaa hawaasaarratti argatan, ishee baraaruuf humna dhabe'](https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cq508yzj19do?at_medium=RSS&at_campaign=rss?at_campaign=githubrss)!['Warri seexana waaqessan mucaa koo miidiyaa hawaasaarratti argatan, ishee baraaruuf humna dhabe'](https://ichef.bbci.co.uk/ace/ws/240/cpsprodpb/2c5d/live/4d39da20-b491-11f0-ba75-093eca1ac29b.jpg)_Roobii, Onkoloolessa 29, 2025 7:52:10 WD tti_Ol-adeemtuun ganna 14 miidiyaa hawaasaarratti yeroo haasoftu haatishee badaa hin yaaddofne ture. Torbanoota booda amallishee geeddaramuu jalqabe.## ['Na maleen kaansarii siyaasa Oromooti'- Seenaa Jimjimoo](https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cly13nzl9vjo?at_medium=RSS&at_campaign=rss?at_campaign=githubrss)!['Na maleen kaansarii siyaasa Oromooti'- Seenaa Jimjimoo](https://ichef.bbci.co.uk/ace/ws/240/cpsprodpb/3bac/live/0e96ff50-b3d8-11f0-b2a1-6f537f66f9aa.jpg)_Roobii, Onkoloolessa 29, 2025 4:11:12 WD tti_Siyaasaa fi hawaasummaa Oromoo keessatti 'na malee' jechuun kaansarii uummaticha hidhee qabedha jetti quuqamtuun mirga namoomaa Seenaa Jimjimoo.## [Tiraamp waliigalteen dhukaasa dhaabuu ammallee akka jiru cimsee dubbatus, Israa’el haleellaa Gaazaatti raawwatteen namoota 33 ajjeeste](https://www.bbc.co.uk/afaanoromoo/live/cp8yz0lwkw2t?at_medium=RSS&at_campaign=rss?at_campaign=githubrss)![Tiraamp waliigalteen dhukaasa dhaabuu ammallee akka jiru cimsee dubbatus, Israa’el haleellaa Gaazaatti raawwatteen namoota 33 ajjeeste](https://ichef.bbci.co.uk/ace/standard/240/cpsprodpb/6f9e/live/666affe0-b47f-11f0-aa13-0b0479f6f42a.jpg)__Haleellaa qilleensaa Israa’el Gaazaa keessatti walduraa duubaan raawwateen yoo xiqqaate lammiileen Filisxeem 33 ajjeefamuusaanii ejensiin Ittisa Siiviiliifi qondaaltonni hospitaala naannoo sanaa kan Hamaasiin geggeeffamu himan.
33
Israa’el haleellaa kana kan raawwatte waliigalteen dhukaasa dhaabuu karoora Ameerikaatiin irra gahame waan cabeera jettee yaaddeef deebii kennuufidha.## [Aayyoon hidhattoota Faannoon butamanii 'qalamuuf albeen nadura kaa'ame' jedhan akkamiin bahan?](https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c9wv14l05kpo?at_medium=RSS&at_campaign=rss?at_campaign=githubrss)![Aayyoon hidhattoota Faannoon butamanii 'qalamuuf albeen nadura kaa'ame' jedhan akkamiin bahan?](https://ichef.bbci.co.uk/ace/ws/240/cpsprodpb/abd2/live/618f2930-b3b5-11f0-b2a1-6f537f66f9aa.jpg)_Kibxata, Onkoloolessa 28, 2025 4:34:04 WD tti_Hidhattoonni kunneen Aadde Muluu ajjeesuurra qabanii deemanii maallaqa kanfalchiisuu wayya jedhanii erga dubbataniin booda harkashee lamaan duubatti hidhanii manaa fi ijoolleeshee gidduudhaa fudhatanii bahan.## [Waraanni Wallaggatti gaggeeffame kan Tigiraayitti gaggeeffame caala- Abiy Ahimed](https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c797l8w1vedo?at_medium=RSS&at_campaign=rss?at_campaign=githubrss)![Waraanni Wallaggatti gaggeeffame kan Tigiraayitti gaggeeffame caala- Abiy Ahimed](https://ichef.bbci.co.uk/ace/ws/240/cpsprodpb/494f/live/2a2b9510-b409-11f0-ba75-093eca1ac29b.jpg)_Kibxata, Onkoloolessa 28, 2025 2:23:03 WB tti_Ministirri Muummee Itoophiyaa Dr Abiy Ahimed har'a paarlaamaaf deebii yeroo kennan waa'ee waraana godinaalee Wallaggaa keessatti hidhattoota Waraana Bilisummaa Oromoo wlaiin gaggeeffamee kaasan.## [Badhadhinni hoggantoota "kuma saddetii olirratti" tarkaafii fudhate, naannoleen jijjiirama hoggansaa taasisan](https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cr43wd9d0leo?at_medium=RSS&at_campaign=rss?at_campaign=githubrss)![Badhadhinni hoggantoota "kuma saddetii olirratti" tarkaafii fudhate, naannoleen jijjiirama hoggansaa taasisan](https://ichef.bbci.co.uk/ace/ws/240/cpsprodpb/9b56/live/69243a80-b321-11f0-ba75-093eca1ac29b.jpg)_Wiixata, Onkoloolessa 27, 2025 12:04:30 WB tti_Paartiin badhaadhinaa miseensota guutummaa biyyattii keessa jiran keessa kuma sagalitti kan siqanirratti sababa rakkoo naamusaafi hanqina raawwachiisuutiin tarkaanfii fudhachuu beeksise.## [Pirezidaantii dulloomaa addunyaa takkaa filannoo mo'amee hin beekne](https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c1lqjl9pyddo?at_medium=RSS&at_campaign=rss?at_campaign=githubrss)![Pirezidaantii dulloomaa addunyaa takkaa filannoo mo'amee hin beekne](https://ichef.bbci.co.uk/ace/ws/240/cpsprodpb/17a6/live/d92ec910-b346-11f0-b756-a1a358bb702d.jpg)_Kibxata, Onkoloolessa 28, 2025 6:49:11 WD tti_Manguddoon ganna 92 pirezidaantii dulloomaa addunyaa jedhamuun beekamu Pool Biiyaa marsaa saddeeffaaf filannoo pirezidaantummaa Kaameeruun mo'achuun biyyattii keessatti muddama uume.## [Dhimmi jaalalaa artistii beekamtuu Ameerikaafi MM duraanii Kaanaadaa maaliif ijoo dubbii ta'e?](https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cp856pn6ekmo?at_medium=RSS&at_campaign=rss?at_campaign=githubrss)![Dhimmi jaalalaa artistii beekamtuu Ameerikaafi MM duraanii Kaanaadaa maaliif ijoo dubbii ta'e?](https://ichef.bbci.co.uk/ace/ws/240/cpsprodpb/ee22/live/6ee83fd0-b352-11f0-b2a1-6f537f66f9aa.jpg)_Kibxata, Onkoloolessa 28, 2025 4:21:42 WD tti_Maqaan ishee guutuun Kaatireen Elizaabeet Haadsan jedhamti. Garuu maqaa hojii artii Keetii Peerii jedhamuun kan beekamtu yoo ta'u weellistuu, barreessituu sirbaa fi agarsiisaan nama akka addunyaatti maqaa guddaa horatte dha. Urjii muuziqaa 'pop'jedhamuunis beekamti.## [Huutiin dhalattuu Itoophiyaa sagaggalummaan himatee waggoota shaniif hidhe gadhiise](https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/crmxvxg1kz7o?at_medium=RSS&at_campaign=rss?at_campaign=githubrss)![Huutiin dhalattuu Itoophiyaa sagaggalummaan himatee waggoota shaniif hidhe gadhiise](https://ichef.bbci.co.uk/ace/ws/240/cpsprodpb/f751/live/2f1f9a80-b319-11f0-ba75-093eca1ac29b.jpg)_Wiixata, Onkoloolessa 27, 2025 9:58:28 WD tti_Finciltoonni Huutii moodelii hiddi dhlootaashee Itoophiyaa ta'e sagaggalummaan himachuun waggoota shaniif mana-hidhaa tursiise gadhiise.## ['Akka qeerroo Madagaaskaar goona'- dargaggoota aangoo dheeraffachuu Pirezidantii Jibuutii morman](https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cp8565dnzv4o?at_medium=RSS&at_campaign=rss?at_campaign=githubrss)!['Akka qeerroo Madagaaskaar goona'- dargaggoota aangoo dheeraffachuu Pirezidantii Jibuutii morman](https://ichef.bbci.co.uk/ace/ws/240/cpsprodpb/6d37/live/e3e77700-b2fe-11f0-aa13-0b0479f6f42a.jpg)_Wiixata, Onkoloolessa 27, 2025 10:10:33 WD tti_Paarlaamaan Jibuutii pirezidantiin biyyattii yeroo ja'affaaf filannoo akka dorgomaniif haala mijeessuuf jecha daangaa umrii heera mootummaa biyyattiirra jiru kaase.## [Yoo bofti isin hidde lubbuu keessan oolfachuuf maal gochuu qabdu?](https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c1j8x5pr6xro?at_medium=RSS&at_campaign=rss?at_campaign=githubrss)![Yoo bofti isin hidde lubbuu keessan oolfachuuf maal gochuu qabdu?](https://ichef.bbci.co.uk/ace/ws/240/cpsprodpb/e031/live/810d7860-b019-11f0-b2a1-6f537f66f9aa.jpg)_Wiixata, Onkoloolessa 27, 2025 4:20:57 WD tti_Akka ragaan Dhaabbata Fayyaa Addunyaa (WHO) irraa argame agarsiisutti, guutummaa addunyaarratti waggaatti lakkoofsi namootaa miliyoona 5.4tti tilmaamamu bofaan ni hiddamu. Isaan keessaa ammoo miliyoona 1;8 hanga miliyoona 2.7 kan hindaman bofa summuu qabuun hiddamu.## [‘Filannoon biyyaalessaa yeroosaa eeggatee adeemsifama’ - MM Abiy Ahimad](https://www.bbc.co.uk/afaanoromoo/live/c5yd9y71nq8t?at_medium=RSS&at_campaign=rss?at_campaign=githubrss)![‘Filannoon biyyaalessaa yeroosaa eeggatee adeemsifama’ - MM Abiy Ahimad](https://ichef.bbci.co.uk/ace/standard/240/cpsprodpb/7833/live/0fb6f070-b3e7-11f0-a1d0-d5a6c9e4c42e.jpg)__“Mootummaan filannoo gochuuf humna guutuu qaba” kan jedhan MM Abiy, filannoon biyyaalessaa 7ffaa filannoo fooyyee akka ta’ufi yeroosaa eeggatee akka adeemsifamu dubbataniiru.## [Raashiyaan akkamiin egeree nukilaraa Afrikaaf abdii taate?](https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c7v8nd40m27o?at_medium=RSS&at_campaign=rss?at_campaign=githubrss)![Raashiyaan akkamiin egeree nukilaraa Afrikaaf abdii taate?](https://ichef.bbci.co.uk/ace/ws/240/cpsprodpb/2f49/live/ec4d7440-aff6-11f0-ba75-093eca1ac29b.jpg)_Wiixata, Onkoloolessa 27, 2025 3:57:16 WD tti_Raashiyaan sababa waraana Yukireeniin qoqqobbii biyyoota dhihaa irra kaa'amullee fuula ishee gara biyyoota Afrikaatti naaneeffachuun dhiibbaa Ardittii keessatti qabdu guddisaa jirti.
44
Fedhii oomisha annisaa Nikuleraa biyyootni Afrikaa kun qaban fayyadamuun, hariiroo jabaa tolfataa jirti.## [Itoophiyaa waan sadiitu ishee barbaachisa: Nagaa, misoomaafi ulaa galaanaa - Fiild Maarshal Birahaanuu Juulaa](https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cj3zjg33dglo?at_medium=RSS&at_campaign=rss?at_campaign=githubrss)![Itoophiyaa waan sadiitu ishee barbaachisa: Nagaa, misoomaafi ulaa galaanaa - Fiild Maarshal Birahaanuu Juulaa](https://ichef.bbci.co.uk/ace/ws/240/cpsprodpb/0216/live/22022970-b220-11f0-8d36-9f723d45b2da.jpg)_Dilbata, Onkoloolessa 26, 2025 5:08:09 WD tti_Itoophiyaa waan sadiitu ishee barbaachisa: Tokkoffaan nagaa, lamaffaa misooma, sadaffaan ammoo ulaa galaanaati jedhan Itaamaajor Shuumiin Humna Ittisa Biyyaa Itoophiyaa Fiild Maarshaal Biraanuu Juulaa.## [Himata shororkeessati hanga Ameerikaa, bu'aa ba'ii jireenyaaf hojii aartii- Artist Jaafaar Yusuuf](https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cvgmpnjrgm6o?at_medium=RSS&at_campaign=rss?at_campaign=githubrss)![Himata shororkeessati hanga Ameerikaa, bu'aa ba'ii jireenyaaf hojii aartii- Artist Jaafaar Yusuuf](https://ichef.bbci.co.uk/ace/ws/240/cpsprodpb/1bc8/live/7f796e40-b042-11f0-a51e-ef517030d0bd.jpg)_Sanbata, Onkoloolessa 25, 2025 5:21:49 WD tti_Artist Jaafar Yuusuuf weelluuwwan adda addaa fi fiilmii isaa Siribii jedhamuun beekama. Amma Ameerikaa kan jiraatu Jaafar kanaan duras Keeniyaa fi Afrikaa Kibbaatti baqattummaan jiraatee ture. Sirba isaa Maaster Pilaanii jedhamuunis hedduu beekama.## ['Filannoon dura 'mootummaan rakkoo nagenyaa biyyatti furuu qaba' Prof Mararaa Guddinaa](https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cq50w1g8lx1o?at_medium=RSS&at_campaign=rss?at_campaign=githubrss)!['Filannoon dura 'mootummaan rakkoo nagenyaa biyyatti furuu qaba' Prof Mararaa Guddinaa](https://ichef.bbci.co.uk/ace/ws/240/cpsprodpb/1d7f/live/76b9c5d0-b0b9-11f0-b2a1-6f537f66f9aa.jpg)_Jimaata, Onkoloolessa 24, 2025 10:02:18 WD tti_Filannoon waliigalaa Itoophiyaa marsaan 7ffaa Waxabajjii 1 bara 2026 akka filatamu Boordiin Filannoo Itoophiyaa yaada dhiyeesseera. Boordichi yaada dhiyeesseen wal qabatee gaggeessitoota paartilee gargaraa wajjin marii taa'eera.
55

arabic.md

Lines changed: 1 addition & 1 deletion
Large diffs are not rendered by default.

0 commit comments

Comments
 (0)